

Muslimoonni Sadih osoo salaataa jiran Meeshaa waraanaan rukutaman
Balaa Biyya Swiizarlaand Magaalaa Zuurik keessatti mudate namni irraa dubbate muraasa. Magaalaa kanatti namichi tokko meeshaa waraanaa...


Ambaasaddarri Raashiyaa Turki keessatti argamu ajjeefame.
Ambaasaaddarri Raashiyaa Andree Kaarloov guyyaa hardhaa Turkii magaalaa Ankaraa keessatti odoo agarsiisa Egzibishinii daawwataa jiru...


Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman guyyaa hardhaatis hanga ammatti hidhaa irraa k
Manni Murtii olaanaa jimaata darbe oliyyaannoo isaanii fuudhuun adabbii murtii waggaa 7 isaan irratti darbe kuffisuun waggaa 3 tti...


Mootummaan Namoota 2449 irratti himannaa banuuf tahuu ibse.
Namoota labsii yeroo muddamaa labsameen walqabatee naannoo adda addaa irraa waraana mootummaa fi garee Komaandpoostiitiin hidhaman...


Namoonni aanaa Shirkaa irraa qabaman eessa akka geeffaman hanga ammaatti hin beekamne.
Godinaalee Oromiyaa adda addaa irraa lammiiwwan kuma 50 ol waraana mootummaan ukkaamfamanii manneen hidhaa adda addaatti dararama...


Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman guyyaa hardhaatti ni lakkifamu jedhamee eeggam
Muslimoonni kunniin magaala Finfinnee fi Walqixxee irra qabamanii waggaa sadiif badii tokkoon alatti hidhaan dararamaa eega turanii...


Naannoo Oromiyaa godinaalee adda addaatti hidhaa fi dararaan cimaan geggeeffamaa jira.
Iddoowwan adda addaatti waraanni mootummaa maatiiwwan kanaan dura sababa fincila naannoo Oromiyaatti ka’eetiin namni irraa ajjeefame...


Kitaabni Seenaa Sahaabotaa irratti hundaa'uun qophaa'e maxxanfame.
Kitaabni kun Sheekh Tamaam Qaasim Muhammadiin ba kan barrefame yoo tahu kanaan duras kitaaba seenaa Ergamaa Rabbii ﷺ kan Afaan Arabaatiin...


Itiyoophiyaan biyyoota gaazexeessitoonni itti hidhaman jidduu tokko tahuu ibsame.
Dhaabbanni mirga gaazexeessitootaaf falmu CPJ'n Itiyoophiyaan biyyoota mirgi gaazexessitootaa sarbuu fi hidhuun beekaman jidduu tokko...


Muslimoonni magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himatamanii hidhaa irratti argaman guyyaa boruu ma
Muslimoonni kunniin galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himatamuun abbaan alangaa ragaa dharaa eega irratti dhiheesseen booda manni murtii...