top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

BU'UURA ISLAAMUMMAA

Bu'uurri Islaamummaa Qur'aanaafii Hadiisa kanaafuu isaan lameen jabeeysuun dirqama

Qur'aana Afaan Arabaatiin Qara'uun qofti gahaa miti. Ma'anaa isaatis baranii jireenya ofii hunda keeysatti itti fayyadamuun barbaachisaadha. Milkiin Addunyaafii aakhiraa, Qur'aana kana keeysa jira. furtuun rakkina hudaatis Qur'aanuma kana keeysaa argama. namni Qur'aana kana jabeeyse waa milkaawe. namni Qur'aana irraa fagaate waa kasaare. 

Yeroof Tafsiira Afaan Oromoo kan Shekh Muhammad Rashaad Abdullee Qopheeyse karaa laafaan asirraa ni argattu. if duraaf immoo Tafsiira ulamaa'ilee birootis qabannee dhufna. 

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page