top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon
Check back soon
Once posts are published, you’ll see them here.

DHAAMSA RASUULA RABBII ﷺ

ABUU HUREEYRAA IRRAA (RA)

Rasuulli Rabbii ﷺ akkana je’e;

“Rabbiin nama tokkoof yoo khayrii fedhe,  rakkoo adda addaa  isatti fida”

Sahiih Bukhaarii, Kitaaba Obsaa, Hadiisa lakkofsa 5645

ABDALLAAH IBN ABBAAS IRRAA (RA)

Ergamaan Rabbii ﷺ akki je’e;

Fakkeenyi nama sadaqatee, waan sadaqate san deebisee fudhate, Akka Saree Haqqisee , waan haqqise san deebisee arraabeeti”

Sunan Ibn Majah, Kitaaba Sadaqaa, Hadiisaa Lakkoofsa, 2391

ABUU ZARR IRRAA (RA)

Ergamaan Rabbii ﷺ akki je’e.

“Namni waan haqa isaa hin tahin fudhate, nurraahii miti. Qubsuma isaa Azaaba keessaa ha barbaaddatuu?”

Sunan ibn Maajaah, Hadiisa Lakkoofsa 2319

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page