top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Muslimoonni galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman guyyaa hardhaatis hanga ammatti hidhaa irraa k

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Dec 19, 2016
  • 1 min read


Manni Murtii olaanaa jimaata darbe oliyyaannoo isaanii fuudhuun adabbii murtii waggaa 7 isaan irratti darbe kuffisuun waggaa 3 tti xiqqeessuun akka hiikkamuu qaban murteessee ture.


Guyyaa hardhaa maatiiwwan hidhamtoota kanniinii mana hidhaa Ziwaayii fi Qaallittiitti hawwiin eegaa turanis , manni hidhaa guyyaa hardhaatis garagalchi murtii akka hiikkamtan jedhu mana murtii irraa nu hin dhaqqabne kanafuu guyyaa boruutti ni hiikkamu jechuun maatiiwwan akka gara man isaaniitti deebi'an kan himaniif tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page