top of page

ISLAAMUMMAAN
Amantii beekumsarratti rarraatu. namni beekumsa qabu bu'aa guddaa argata, addunyaafii aakhirattis ni milkaawa. namni beekumsa hin qabne immoo, Addunyaafii aakhirattis ni miidhama. beekumsi waa hundaafuu bu'uura. keeysattuu bara fasaadni haalaan heddummaate kana keeysatti, diin islaamaa haala gaariin baruun akkaan barbaachisaadha. kanaafuu hundi keenyaa baruumsa diin islaamaatti jabaachuu qabna.
mee Qormaata kanaan beekumsa kee madaali. yoo beekumsi kee woyyaawaa tahe, jabeeyfachuuf carraaqi. yoo beekumsa xiqqoo qabaatte immoo, barachuuf tattaafadhu!
Gama kutaa Qormaataa seenuuf sadarkaa duraa irraa eegali!
bottom of page