

Dhaadannoo Donald Traamp Biyyoonni Awrooppaa balaaleffatan
Prezdant Traamp Waliigaltee Niwukilarii Iiraan diiguuf dhaadachuu isaa Ruusiyaa fi Biyyoonni Awuroopaa balaaleffatan. Ruusiyaa fi...


Sirni Awwaalcha lammiilee Falasxiin waraana Isra'eeliin ajjeefamanii raawwatame
Mormii guyyaa kaleessaa guutuu Falasxiin keessatti gaggeffamee irratti,loltoonni Isra'eel lammiilee Falasxiin harka qullaa mormii isaanii...


Lubnaanitti lamiileen Falasxiin Poolisootaan walitti bu’an
Lammiileen falasxiin murtee Tramp waa’ee Al Quds irratti dabarse hordofee, embaasii Ameerikaa Magaalaa Beeyruut keessatti argamu duratti...


Doonaald Traamp Magaalaan Al-Quds Magaalaa Guddoo Israa’eliiti Jechuun Labse.
Prezdaant Traamp bara dabre yeroo duula filaannoo gaggeeysaa tureetti wantoota wadaa ummata Ameerikaatiif gale keessaa tokko, Imbaasii...


Lammiileen Falsxiin Murtii Ameerikaa mormuun hiriira mormii guyyaa sadihiif turu jalqaban
Donaald Traamp labsii "magaalaa Al-Quds/Jerusalem magaalaa guddoo Isra'eeliiti" jedhu Arba'aa hardhaa kan beeksisu tahuu Waayit Haawus...


Biyyoonni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa walgahii idilee jalqaban
Walgahiin idilee biyyoota galoo galaana Arabiyaa Magaalaa Kuweeyt keessatti guyyaa har'aa kan jalqabame yoot tahu, Amiirri Kuweeyt Shekh...


Sa'aad Hariirii labsii taaytaa gad lakkisuuf baasee ture guutumatti kan kaase tahuu beeksise.
Muummichi ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii ji'a dabre keessa Sa'udii irraa taaytaa kan gadi dhiise tahuu beeksisuun isaa ni yaadatama....


Prezdaantiin Turkiyaa, Magaalaan Al-Quds sarara diimaa tuqamuu hin qabne jechuun akeekkachiise
Doonaal Traamp magaalaan Al-Qudsi magaalaa guddoo Israa'eeliiti jechuun labsuuf qophaayaa jiraachuun isaa ni beekama. Biyyoota mormii...


Alii Abdallaah Saalih ajjeeffame
Prezdaantiin Yaman kan duraanii Ali Abdallaah Salah, haleellaa gareen Huusii mana jireenyaa isaa magaalaa Sana'aa keessatti argamu ...


Bulchiinsi Falasxiin dhimmaa Al-Qudsi irraatti walgayiin ariifachiisaan akka waamamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Falasxiin Riyaad Al-Malik, Dhaabbiileen Gamtaa Biyyoota Arabaa fi Gamtaan Biyyoota Islaamaa, dhimma Al-Qudsi...