

Sa'aad Hariirii gara Lubnaan deebi'e
Muummicha Ministeera Lubnaan kan ture Sa'aad Hariirii, torbaan lama dura Sa'udii irraa taayitaa isaa gad lakkisuueega beeksisee booda,...


Manni Murtii Zeheeg Ratko Mladich irratti yakka duguuggaa Sanyii raawwateef adabbii hidhaa umrii guu
Manni murtii Zeheeg kan yakka Waraana Boosinyaatti raawwatame ilaaluudhaaf U.Niin dhaabbate, hoogganaa waraana Sarbootaa kan ture Ratko...


Israa'eel Baqattoota Afrikaa Ari'uuf Karoorsite.
Karoorri Ministeera dhimmaa biyyaa keessaatii fi dhimma tasgabbii Isra'eel baase akka ibsutti, mootummaan Israa’el baqattoota lammiilee...


Roobart Mugaabeen Taayitaa lakkise.
Manguddoon umrii 93 kan waggaa 38tiif Prezdaantii Zimbaabiwee tahuun bulchaa ture Robert Mugaabee aangoo lakkise. Mugaabeen angoo fedhiin...


Ustaaz Ahmaddiin Jabal har’as wal’aansa hin arganne.
Ustaaz Ahmaddiin Jabal Kiibxata har'aa akka wal'aanamu hayyamni keennameefii ture, haa ta’u malee Bulchiinsi mana hidhaa Qaallittii...


Manni Murtii Ol'aanaa Keeniyaa Injifannoo Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Raggaasise
Filannoo Prezdaantii Keeniyaa October 26 irraa deebiin geggeeffamee ture, Uhuruu Keenyaataa injifatuu Komishiiniin Filannoo biyyattii...


Robert Mugaabeen taayitaa gadi hin lakkisu jedhe
Prezdaantiin Zimbaabwee Robert Mugaabeen galgala hardhaa TV biyyattii irratti dhiyaatuun, taaytaa kan hin lakkisne tahuu dubbate. Guyyaa...


Ustaaz Ahmaddiin Jabal Hayyama Wal'aansaa Argate.
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan tahe Ustaaz Ahmaddiin Jabal, mana hidhaa keeysatti dhukkubsatee sababaa wal’aansa...


Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa walgahii ariifachiisaa magaalaa Kaayiroo keessatti jalqabe.
Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa Alhada hardhaa walgahii ariifachiisaa ta'e magaalaa Kaayiroo keessatti kan jalqabe yoo tahu, walgahii...


Paartiin Zimbaabwee bulchaa jiru Robert Mugaabee hooggansa irraa buuse
Paartiin Zaanu-PF jedhamu kan Prezdaant Robert Mugaabeen hoogganamaa ture, Prezedaantichaa taayitaa irraa busuunn, itti aanaa...