Search
Roobart Mugaabeen Taayitaa lakkise.
- NuuralHudaa
- Nov 21, 2017
- 1 min read

Manguddoon umrii 93 kan waggaa 38tiif Prezdaantii Zimbaabiwee tahuun bulchaa ture Robert Mugaabee aangoo lakkise. Mugaabeen angoo fedhiin gad lakkisuu isaa xalayaa Parlaamaa biyyaatiif ergeen kan beeksise yoo tahu, Af Ya'iin Paarlaamaa Zimbaabwee Jakob Mudenda Xalayicha parlamaa biyyattiitiif dubbisuun mirkaneesse.
Comments