top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Paartiin Zimbaabwee bulchaa jiru Robert Mugaabee hooggansa irraa buuse

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 19, 2017
  • 1 min read

Paartiin Zaanu-PF jedhamu kan Prezdaant Robert Mugaabeen hoogganamaa ture, Prezedaantichaa taayitaa irraa busuunn, itti aanaa Prezedaantii kan ture Emerson Mnangawa kan muude tahuu gabaasni BBC irraa argame ni mul'isa. prezedaant Mugaabeen taayitaa isaa haadha manaa isaatti dabarsuuf jecha,Emerson Mnangawa torbaan lama dura taayitaa irraa ari'ee kan ture tahuun ni yaadatama. Kanuuma hordofuun waraanni biyyattii Robert Mugaabee too'annaa jala oolchuun taayitaa akka gad lakkisuuf gaafachaa ture. Guyyaa kaleessaa ammoo lammiileen Zimbaabwee kuma hedduun lakkaawaman daandii irratti bahuudhaan Mugaabeen taayitaa isaa akka gad lakkisu gaafachaa oolan.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page