

Dhaadannoo Donald Traamp Biyyoonni Awrooppaa balaaleffatan
Prezdant Traamp Waliigaltee Niwukilarii Iiraan diiguuf dhaadachuu isaa Ruusiyaa fi Biyyoonni Awuroopaa balaaleffatan. Ruusiyaa fi...


Haleellaa Masjiida Masrii tokko irratti raawwatameen yoo diqqaate namoonni 235 ajjeefaman.
Haleellaan kun Kaaba Misraa kutaa Sinaayi magaalaa Ariish keessatti masjiida Rawdaa jedhamu irratti salaata Juma'aa booda , Boombiifi...


Emarsan Munangaagwaa Prezdantii Zimbaabwee godhamee muudame.
Emersan Munangaagwaa guyyaa har’aa November 24, 2017 Magaalaa gudditti Zimbaabwee Haraaree keessatti, Kitaaba itti amanu qabatee biyya...


Roobart Mugaabeen Taayitaa lakkise.
Manguddoon umrii 93 kan waggaa 38tiif Prezdaantii Zimbaabiwee tahuun bulchaa ture Robert Mugaabee aangoo lakkise. Mugaabeen angoo fedhiin...


Robert Mugaabeen taayitaa gadi hin lakkisu jedhe
Prezdaantiin Zimbaabwee Robert Mugaabeen galgala hardhaa TV biyyattii irratti dhiyaatuun, taaytaa kan hin lakkisne tahuu dubbate. Guyyaa...


Paartiin Zimbaabwee bulchaa jiru Robert Mugaabee hooggansa irraa buuse
Paartiin Zaanu-PF jedhamu kan Prezdaant Robert Mugaabeen hoogganamaa ture, Prezedaantichaa taayitaa irraa busuunn, itti aanaa...


Mootummaan Masrii waa'ee hidha Laga Abbaaay ilaalchisee Itoophiyaa Akeekkachiisee
Prezedaantiin Masrii Abdul-Fattah Alsisi waa'ee hidha laga Abbaaya ilaalchisee, mootummaa Itoophiyaa akeekkachiisuu isaa gabaasni...


Robert Mugaabeen Sagantaa eebbaa barattoota Yuunivarsitii magaalaa guddoo biyyattii Haraaree Keessat
Prezadaant Mugaabeen eega Roobii dabre too'annaa waraana biyyattii jala oolee asitti, yeroo jalqabaatiif ummatatti mul'ateera. Mugaabeen...


Lammiileen Ertiraa Mootummaa biyyattii mormuudhaan hiriira bayan
Guyyaa kaleessa magaalaa guddoo Ertiraa kaan taate Asmaraa keessatti, moootummaa biyyattii mormuudhaan hiriirri kan geggeeffame tahuu...


Manni murtii ol’aanaa Keenyaa ol iyyannaa guyyaan Filannoo akka jijjiiramuuf gaafatame osoo hin ilaa
Filannoon Prezdaantummaa Keenyaa irraa deebiin October26/2017tti geggeeffamuuf karoorfammee ture, kadhimamaa Paartii mormituu Raayilaa...