

Daangaa Biyya Maalii irratti loltoonni Nijeer 12 ajjeeffaman.
Nijeer gama kibba Lixaa daangaa Maalii irratti hidhattoonni loltoota Nijeer 12 ajjeessuun, heddu ammoo madeessan. Hidhattoonni kunniin...


Magaalaa Awwadayitti Poolisoonni Oromiyaa fi Federaalaa waldhabuun beekkame.
Odeeyfannoo October 14/2017 __ Guyyaa hardhaa magaalaa Awwadayitti Poolisoonni Oromiyaa fi Federaalaa waldhabuun beekkame. Ajjeechaa...


Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa Sababa taayitaa Afyaa’ummaa gadidhiiseef ibse.
Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa Sababa taayitaa Afyaa’ummaa gadidhiiseef ibse. ____ Odeeyfannoo October 14/2017 Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa...


Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu
Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu Keeniyaa bakka bu’uudhaan kaadhimama Prezadantii kan ture yoo tahu, Filannoo irra deebii Onkololeessaa...


Mootummaan Itiyoophiyaa baqattoota Keeniyaa keessa jiran adamsaa akka jiru Dhaabbanni mirga namoomaa
Dararaa fi ajjechaa humnoota mmotummaa jalaa baqachuun, lammiilee Itiyoophiyaa baqattummaan Keeniyaa keessa jiraatan irratti, mootummaan...


Prezdantiin Gamtaa Ulamaa'ota Addunyaa Galmee Namoota yakkaan barbaadamanii irraa haqame.
Dhaabbanni gamtaa poolisoota addunyaa (Interpool), prezdaantii Gamtaa Ulamaa'ota Addunyaa Profeesar Yusuuf Al Qardaawii galmee namoota...


Hoogganaan Haamaas qondaaltota Masrii waliin mari'atuuf gara Kaayiroo imale.
Ismaa’il Haniyyaa eega Caamsaa dabre hoogganaa dhaaba Haamaas kan Gaazaa bulchaa jiru ta’uun filatamee asitti, imala isaa kan jalqabaa...


Hoogganaan paartii mormituu Keeniyaa, guyyaa filaannoon akka itti geggeefamu murteeffame hin fudhadh
Guyyaa kaleessaa Komishiiniin filaannoo Keeniyaa, Filaannoon Prezidantummaa irra deebiin Onkololeessa 17/2017 kan geggeeffamu tahuu ibsa...


Komishiinni filannoo Keeniyaa, Filannoon Prezdantummaa Onkololeessa 17/2017 kan geggeeffamu tahu bee
Manni murtii Olaanaa Keeniyaa Filannoo Prezdantii biyyattii kan August 8/2017 geggeeffamee ture, himannaa paartiin mormituu dhiheeffate...


Manni Murtii Keenyaa Qabxii Filannoo Prezadantummaa biyyattii kuffise
Ummanni Keenyaa August 8/2017 filannoo pirezadantii biyyatti kan rawwate yoo tahu, Komishiiniin filannoo biyyattii Uhuruu keeniyaataa...