top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Komishiinni filannoo Keeniyaa, Filannoon Prezdantummaa Onkololeessa 17/2017 kan geggeeffamu tahu bee

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 4, 2017
  • 1 min read

Manni murtii Olaanaa Keeniyaa Filannoo Prezdantii biyyattii kan August 8/2017 geggeeffamee ture, himannaa paartiin mormituu dhiheeffate irratti hundaa'uun, jimmata darbe qabxii Filaannoo sun kan seeraa alaa waan ta'eef fudhatama hin abu jechuun kuffise. Manni murtii kun guyyoota 60 keessatti filannoon bira akka geggeeffamu ajaje.

Murtii kana irratti hundaa'uun Komishinni filaannoo Keeniyaatis guyaa hardhaa, Filaannoon Pirezidantummaa kun October 17/2017 kan geggeeffamu tahuu beeksise

Filannoon yeroo lammaffaatiif geggeeffamu kun Pirezdaantii amma aangoo harkaa qabu Uhuuruu Keeniyaataa fi hogganaa dhaaba mormitu Rayilaa Odingaa jidutti qofa kan geggeeffamu tahuu ibseera. _ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page