top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Filannoo Pirazadantii Keeniyaa Uhuru Keniyata injifate.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Aug 11, 2017
  • 1 min read

Filannoo Keniyaa yeroo 5ffaa tiif adeemsifameen Pirazadant Uhuru Keniyata hinjifatuu isaa komishiinni filannoo biyyatti beeksise.

Akka qabxiin Sagalee ummataa komishiina filannoo irraa baye muldhisutti, Pirezidantii Uhurun sagalee 54% kan argate yootahu kaadhimamaa dursaa dhaaba mirmituu Rayilaa Odingaa ammoo 45% argate.

Guyyaa kaleessaa kaadhimamaan dhaaba mormituu Raayilaa Odiingaa Sagaleen ummataa kan hatame ta'uu ibsuudhaan bu'aa filannoo kanaa kan hinfudhanne tahuu dubbate.

Guyyaa kaleessaa fi dheengaddaa walitti bu'iinsa deeggartoota dhaaba mormitootaa fi poolisii jiddutti ka'uun kan gabaafame yoo tahu, galgala kanas erga qabxiin filannoo ifatti labsameen booda hokkarri ka'uun himamaa jira.

____ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com

Комментарии


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page