top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Haleellaa  Masjiida Masrii tokko irratti raawwatameen yoo diqqaate namoonni 235 ajjeefaman.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 24, 2017
  • 1 min read

Haleellaan kun Kaaba Misraa kutaa Sinaayi magaalaa Ariish keessatti masjiida Rawdaa jedhamu irratti salaata Juma'aa booda , Boombiifi rasasaan kan raawwatame tahuu midiyaan Misraa gabaase.

Namoota 235 kan ajjeefamaniin alaattis namoonni 100 ol tahan midhamuu Odeeffannoon ni mul'isa.

Haleellaan kun eega raawwatamee turtii murasa booda Prezdaantiin Masrii Abdulfattah Al-Sisii walgahii ariifachiisaa waamuu TVn Misraa gabaase.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page