top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Ustaaz Ahmaddiin Jabal Hayyama Wal'aansaa Argate.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 19, 2017
  • 1 min read

Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan tahe Ustaaz Ahmaddiin Jabal, mana hidhaa keeysatti dhukkubsatee sababaa wal’aansa gahaa dhabuutiin dhibeen itti hammaachuu isiniif gabaasuun keenya ni yaadatama. Tumsa Rabbii guddaatiin Ustaazni keenya yeroo ammaa woyyaawee jira. Bulchiinsi mana hidhaatis Isniina dhufu irraa eegalee, baallama isaa hordofuun akka wal’aanamu kan hayyameef tahuu maatii isaa irraa mirkaneeffannee jirra. Ustaaza Keenya Rabbiin nuu haa aafi’u.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page