

Ummanni magaalaa Roobee Baalee ummata Daawwe Sarariif gargaarsa adda adda walitti qabe
Godina Baaleetti ummanni Daawwee Sarar waraana liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin sababa marfamanii fi rakkinni nyaataa kan isaan...


Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursuumitti Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee Haleellaa raawwate
Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii Araaddaa Kaasaa Oromiyaa jedhamu keessatti guyyaa kaleessaa raawwate kanaan, Bulchaa gandaa...


Yuunivarsitiiwwan adda addaa keessaa barattoonni Mooraa Yuunivarsitii lakkisaanii bahaa jiru.
Qajeelfama ministeerri barnootaa ji'a darbe keessa baase kan "Barattoonni digrii jalqabaa eebbifamuun duratti qormaata fudhatuu qabu"...


Miseensonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa hidhaa irraa hiikaman Haala Fayyaa Ustaaz Ahm
Miseensonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa badii tokkoon alaatti hidhaan dararamaa eega turanii booda, mootummaan ofumaa...


Jilli Ulamaa'otaa fi Hayyootaan durfamu hawaasa Naannoo Somaalee irraa buqqa'e daaw'achu
Jilli Ulamaa'otaa fi Hayyootaan durfamu kun mata duree "Foon malee Xannachi hin dhiigu" jedhuun imala isaanii guyyaa har'aa Finfinnee...


Mootummaan Federaalaa Wal-dhabbii Naannoo Oromiyaa fi Somaalee jiddutti ka'een walqabatee shakka
Ministera Dhimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa kan tahe Doktor Nagarii Leencoo ibsa guyyaa har'aa Sadaasa 16/2010 gaazexessitotaaf kenne...


Hawaasni muslimaa godina Jimmaa Lammiilee Oromoo Naannoo Somaalee irraa buqqa'aniif deeggarsa go
Hawaasni muslimaa godina Jimmaa fi naannawa isii jiraatan, mataduree Nageenyaa fi misooma jedhuun kamisa darbe konfiransii qopheessuu...


Godina Harargee Lixaatti talaalliin mana barumsaatti ijoolleef keenname miidhaa dhaqqabsisuun dhagah
Godina Harargee lixaa aanaa Odaa Bultum magaalaa Baddeessaa fi gandoota Baadiyaa naannawa san jiranitti, guyyaa kaleessaa ogeeyyonni...


Mootummaan Sa'udii namoota beekkamoo too'annaa jala oolche dararaa jiraachuu "Daily Mai
Mootummaan Sa'udii namoota beekkamoo maqaa malaammaltummaatiin too'annaa jala oolche, bitamtoota biyya alaa qaxaree kan dararaa jiru...