top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Godina Harargee Lixaatti talaalliin mana barumsaatti ijoolleef keenname miidhaa dhaqqabsisuun dhagah

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 24, 2017
  • 1 min read

Godina Harargee lixaa aanaa Odaa Bultum magaalaa Baddeessaa fi gandoota Baadiyaa naannawa san jiranitti, guyyaa kaleessaa ogeeyyonni fayyaa talaallii kennina jechuun, manneen barnootaatti barattootaaf dawaa keennan. Barattoonni dawaa kana fudhatan hundi kan dhukkubsatan tahuu namni nuti bilbilaan dubbisne nuf hime.

Akka jiraataan kun nuuf himetti, ogeeyyonni fayyaa dawaa kana yoo kennan kan raammooti jechuun nama tokkoof habbaa jaha akka keennanii fi eega rakkoon kun muudatee booda ogeeyyoonni fayyaa kunis too'annaa jala kan olfaman tahuu ibse.

Ijoolleen dawaa kana fudhatan kan gaggabanii turan akka ta'ee fi hoomachi afaanii kan ya'aa ture tahuus maddeen nuuf gabaasan.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page