

Mootummaan Itiyoophiyaa baqattoota Keeniyaa keessa jiran adamsaa akka jiru Dhaabbanni mirga namoomaa
Dararaa fi ajjechaa humnoota mmotummaa jalaa baqachuun, lammiilee Itiyoophiyaa baqattummaan Keeniyaa keessa jiraatan irratti, mootummaan...


Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti guyyaa hardhaa Waraanni Mootummaa dargaggoota hidhaa jiraatuu
Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti guyyaa hardhaa Waraanni Mootummaa dargaggoota hidhaa jiraatuun beekame. Aanaa Jaarsoo magaalaa...


Namoonni Jijjigaa irraa baqatuun Hammarreessa qubatan loltoota Agaaziitiin ajjeefaman.
Ganama hardhaa ummanni Jijjigaa irraa buqqa'uun Kaampii waraanaa Hammarreesaa qubate, waraanni makkalaakayaa nu eeguu hin qabu,...


Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti sagantaan galii walitti qabuu geggeeffame
Godina Baalee aana Harannaa Bulluq ganda Hawwoo jedhamutti madrasaa ijaaruuf sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffame. Sagantaa...


Lagni Awaash guutuun gandoota hedduu irra garagale.
Rooba cimaa biyyattii keessatti roobaa jiruun, lagni Awaash gar malee guutee gandoota 12 irra garagale. Ummanni gandoota kanneen keessa...


Rooba guddaa guyyaa har'aa magaalaa Roobeetti roobeen daandiin cituun beekame.
Rooba gannaa guutuu biyyattiitti Roobaa jiruun iddoo adda addaatti daandiiwwan ciitaa jiraatuu odeeyfannoon argame ni addeessa. Rooba...


Ityoophiyaa naannoo adda addaa keessatti Robaa gannaatiin walqabatee Daandiileen cituun ibsame.
Godina baalee magaalaa Roobeetti Khamisaa dabree rooba cimaa roobeen daandii fi manneen jireenyaa irratti midhaa dhaqabuu odeeffannoon...


Sheekh Haashim Muhammad Arab, ganda Daawwee Gutichaa qubsiifaman.
Guyyaa har'aa hawaasni muslimaa Godina Arsii Aanaa Heexosaa Aaliima guddaa Sheekh Haashim Muhammad Arab ganda Daawwee Guutichaatti...


Mormii lagannaa gabaa godhamee ture waliin walqabatee namoonni hidhamaa jiraatuun gabaafame.
Mormii lagannaa gabaa guyyaa sadiif godhamee turen walqabatee, Aanaalee adda addaa keessatti namoonni hidhamaa jiratuun beekame . Erga...


Daa'iin beekkamaan Addunyaa Doktor Bilaal Filiips guyyaa har'aa Masjiida Betel kan magaalaa
Doktor Bilaal Filiips yeroo adda addaa gara Itoophiyaa kan deddeebi’u yoo tahu, haati manaa isaa tokko lammii Itoophiyaa ta’uun...