top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Daa'iin beekkamaan Addunyaa Doktor Bilaal Filiips guyyaa har'aa Masjiida Betel kan magaalaa

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Aug 27, 2017
  • 1 min read

Doktor Bilaal Filiips yeroo adda addaa gara Itoophiyaa kan deddeebi’u yoo tahu, haati manaa isaa tokko lammii Itoophiyaa ta’uun beekameera. Haati manaa Dr Bilaal Phiilips Barattuu mana baruumsa guddicha muslimoota biyya keenyaa kan mana baruumsa Awaliyaa turte.

Doktor Bilaal dhaabbata ISLAMIC ONLINE UNIVESITY hundeessuun barnoota Islaamummaa Adduunyaa irratti kan babaldhisaa jiru yoo tahu, sagantaa Da'awaa isaa kana irrattis , hirmaannaan muslimoota biyya keenyaa hedduu diqqaa tahuu ibsuun, galmeen haarawni Fulbaana keessa wan jalqabuuf, hawaasni muslimaa galma'uun iddoo jiraatan irraa Online akka baratuu qabu dhaamsa dabarsee jira.

______

Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page