top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti guyyaa hardhaa Waraanni Mootummaa dargaggoota hidhaa jiraatuu

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 19, 2017
  • 1 min read

Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti guyyaa hardhaa Waraanni Mootummaa dargaggoota hidhaa jiraatuun beekame. Aanaa Jaarsoo magaalaa Ejersa Goorootti waraanni mootummaa dargaggoota hedduu akka hidhee fi ammas manneen irra deemuun barbaada kan jiru tahuu maddeen naannawa irraa nuf himan.

Akka Jiraataan maagaalaa Ejersa Gooroo nuf himetti; sababa dargaggoota kanniin hidhaa jiraniif hin beeknu, garuu namoonni hedduun hidhamaniiru jedhe.

Kommentare


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page