

Godina Jimmaatti Konfiransiin guddaan geggeeffame.
Guyyaa Har'aa November 23, 2017, Godina Jimmaatti Konfiransiin guddaan geggeeffame. Konfiransiin kun mataduree Nageenyaa fi misooma...


Ustaaz Ahmaddiin Jabal har’as wal’aansa hin arganne.
Ustaaz Ahmaddiin Jabal Kiibxata har'aa akka wal'aanamu hayyamni keennameefii ture, haa ta’u malee Bulchiinsi mana hidhaa Qaallittii...


Manni Murtii Ol'aanaa Keeniyaa Injifannoo Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Raggaasise
Filannoo Prezdaantii Keeniyaa October 26 irraa deebiin geggeeffamee ture, Uhuruu Keenyaataa injifatuu Komishiiniin Filannoo biyyattii...


Ustaaz Ahmaddiin Jabal Hayyama Wal'aansaa Argate.
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan tahe Ustaaz Ahmaddiin Jabal, mana hidhaa keeysatti dhukkubsatee sababaa wal’aansa...


Mootummaan Masrii waa'ee hidha Laga Abbaaay ilaalchisee Itoophiyaa Akeekkachiisee
Prezedaantiin Masrii Abdul-Fattah Alsisi waa'ee hidha laga Abbaaya ilaalchisee, mootummaa Itoophiyaa akeekkachiisuu isaa gabaasni...


Ustaaz Ahmaddiin Jabal dhukkubsatuun beekkame.
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ta’e, Ustaaz Ahmaddiin Jabal mana hidhaa keessatti dhukkubsatee dararamaa kan...


Itoophiyaan Biyyoota Interneetii ugguran keessaa sadarkaa lammaffaa irra kan jirtu tahuun ibsame.
Dhaabbanni "Freedom House" gabaasa isaa kan waggaatiin Itoophiyaan Interneetii ugguruu fi walqunnamtii lammiilee biyyattii basaasuudhaan...


Sirni Awwaalcha Kolonel Haaj Aliyyii Cirrii raawwatame.
Sirna Awwalcha Kolonel Haaj Aliyyii Cirrii Aanaa Maddawalabuu, ganda Maddaatti geggeeffame irratti,qondaaltonni mootummaa fi ...


Koloneel Haaji Aliyyii Cirrii Aakhiraman!
INNAA LILLAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN! Koloneel Haaj Aliyyii Cirrii, umrii isaanii guutu Cunqursaa Mootummootni Itoophiyaa Ummata...


Ministeerri Barnootaa, barattoota digrii jalqabaatiin eebbifaman ilaalchisee qajeelfama haarawa base
Ministeerichi qajeelfama haarawa kana guyyaa hardhaa websaaytii isaa irratti kan maxxanse yoo tahu, barattoonni digrii jalqabaa xumurani...