top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Godina Jimmaatti Konfiransiin guddaan geggeeffame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Nov 23, 2017
  • 1 min read

Guyyaa Har'aa November 23, 2017, Godina Jimmaatti Konfiransiin guddaan geggeeffame.

Konfiransiin kun mataduree Nageenyaa fi misooma jedhuun kan qophaa’e yoo tahu hawaasni muslimaa magaalaa Jimmaa fi naannawa isii akkasumas Ulamaa'onni gurguddoo Godina Jimmaa keessa jiraanis irratti kan hirmatan tahuun beekameera. Konfiransii kana irratti Ustaaz Ahmaddiin Jabalii fi obboleeyyan muslimaa badii tokkoon alatti hidhaan dararamaa jiraaniif du'a'iin godhamee jira.

Sagantaa NHTV Daawwadhu!

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page