

TEENNA TUN LAAFTUMA
Gaaf tokko daa’ima kiyya kan ganna 4 na duraa dhukkabeeti qabadhee gara mana yaalaa deeme. Akkuma mana yaalaa gaheen dhukkubni isa tuqxe...


HIN BOOYIN NI DABRA
Guyyaan guyyaa caalee Gabri abbaa dhaalee Abbaan hiyyoomatee Gabrichi gabbatee Hanga fedhe sooru Hin oolu kasaaruu Haqni abbaaf gala...


SEENAA 25%
Guyyaa tokko namichi qabaataan tokko karaa irraa osoo deemaa jiru, kadhattuu karaa cinaa taa'ee kadhatu arge. Namichi sooressi kun ija...


AMANAMUMMAA
Bara durii Mootii gaarii tokkotu jira. Mootiin kun umriin isaa gara dullummaa deemaa jira. Akkasumas dhukkubni waan isa qabee jiruuf,...


QUBA NAMATTI QABUUN DURA…
Namichi tokko ilmaan afur qaba. Ilmaan isaa kun yeroo cufa waanuma xiqqoo takka yoo namarratti argan, maqaa nama xureessan, ykn ammoo...


YEROO HUNDA RABBII KEE YAADADHU!
Bara durii nama ibaadaa irratti akkaan jabaa tokkotu ture. Namni kun guyyuu Rabbuma isaa gabbara. Dalagaan isaa cufti isaatuu ibaadaa...


JANNATAA FII IBIDDA
BALLINAA FII GADI FAGEENYA IBIDDAA Ibiddi Jahannam akkaan balloodha, gadi fagoodha. Wanni kana hubachuu irratti nu qajeelchu: *Warri...


WAARDIYOOTA IBIDDAA
JANNATAA FI IBIDDA WAARDIYOOTA IBIDDAA Ibidda Azaabaatirra Malaaykoota waardiyaatu jira, Uumaan Isaan akkaan gurguddoo kan taate,...


Ibsa Gabaabaa Waa’ee Ibiddaa irraa
JANNATAA FI IBIDDA Ibsa Gabaabaa Waa’ee Ibiddaa irraa Ibiddi Azaabaa ganda Rabbiin warra Isatti kafareef qopheeyse, Warra Shari’aa Isaa...


WARAANSA HIN FAYYINE
Gurbaan waggaa kudhanii tokko maatii isaa wajji jiraataa ture. Gurbaan kun waan takkatti saffisaan dallanuu guddata. Yeroo dallanu...