

Imaamni Masjiida Guddicha Al Aqsaa, " Masjiida Aqsaa dhabuu hin dandeenyu, Al Aqsaan kan muslim
Juma'aa kaleessaa hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa tahe salaata juma'aaf masjiida Aqsaatti kan argaman yoo tahu, Imaamni masjiidaa...


Guyyaa kaleessaa Koodiin Teelee Ityoophiyaa cabsamuun beekame.
Sababaa guyyaa kaleessaa koodiin kun cabsameef Saa'aa 12 guutuu lammiiwwan biyyaa keessa jiran kafaltii tokko malee faayyadamaa turan....


Waraanni mootummaa Masjiida irratti Boombii darbuun beekame.
Godina Harargee Lixaa Aanaa Masalaa Araddaa Waltaasis keessatti waraanni mootummaa dargaggoota irratti reebbicha kan raawwatan yoo tahu,...


Muummichi Ministeera Kaanaadaa hijaaba uffatuun Mirga namummaati jedha.
Muummichi Ministeera kaanaadaa Jastin Truda'i walgahii wiixata dabre ministeerota waliin godhan irratti "Kaanaadaa keessatti mirga...


Nuuf Ifa, Isaaniif Dukkana
Hedduun keenya mana baruumsaatti waa’ee Golden Age fi Dark Age barannee jirra. Jechoonni kunniin lameen addunyaa garagaraatiif tajaajilaa...


Manni Murtii Jarman labsii dubartoonni mana barnootaatti niqaaba akka hin uffanne jedhu labse.
Partileen siyaasaa Biyyatti sadii Niqaabni mana Barnootaatti, mana murtii fi yeroo konkolaataa konkolaachisan akka dhorkamu gaafatan....


Muummichi ministeeraa Cheek Rippabliikii (Czech Republic) Muslimoota hin qeebalu jedha.
Muummichi Ministeera kanadaa Jastin Truda'i walgahii wixata dabre ministeerota waliin godhan irratti "Kanaadaa keessattii mirga...


Poolisiin Iskootland miseensotni poolisii dubartootaa muslimaa Hijaaba akka Yuniformiitti akka uffat
Duraan Dubartoonni miseensa poolisii Iskootland hijaaba ni dhorkamu ture, amma garuu waraanni fi miseensonni poolisa kan dubartoota...


Deeggartoonni Garee Kuubbaa Miilaa Seeltik Paawundii 100,000 ol Ummata Falasxiin gargaaruudhaaf wali
Torbaan dabre keessa tapha Kuubbaa miilaa garee Seeltik (Iskootlaand) fi Hapoyel Beer Sheva (Israa’eel) jiddutti godhame irratti...


GOWWAA IRRAA BOODAA...
Bara durii, namicha dureessa tokkotu ture. Dureessa Alaa manni guutuu. Wanti inni dhabe jedhee himatu hin jiru. Dureessi kun gabra gowwaa...