Muummichi ministeeraa Cheek Rippabliikii (Czech Republic) Muslimoota hin qeebalu jedha.
- Odeeyfannoo
- Aug 25, 2016
- 1 min read

Muummichi Ministeera kanadaa Jastin Truda'i walgahii wixata dabre ministeerota waliin godhan irratti "Kanaadaa keessattii mirga Dhuunfaa, amantaa fi Aadaa kamiyyuu sarbuun hin danda'amu'' jedha.
Ministeerri kun itti ansuun ibsa ammas Dhiibbaan akka yeroo ammaa kana Hijaaba dhorkuun Faransaayi keessatti rawwatamaa jiru kan mirga dhuunfaa Dhiibban kun Biyya keenna keessattis ni raawwatama jedhanii yaaduun gonkumaa hin danda'amu'' jedha.
Dhiheenya kana biyya Faransaayi magaalota 15 keessatti hijaabni eegaa dhorkamee booda Ministeeronni biyyatti tokko tokkos akka dhorkamu kan gaafatan yoo tahu, Muummichi Ministeeraa gaafii isaanii kana kuffisee jira.
コメント