Search
Guyyaa kaleessaa Koodiin Teelee Ityoophiyaa cabsamuun beekame.
- Odeeyfannoo
- Aug 27, 2016
- 1 min read

Sababaa guyyaa kaleessaa koodiin kun cabsameef Saa'aa 12 guutuu lammiiwwan biyyaa keessa jiran kafaltii tokko malee faayyadamaa turan. Ityoo Telekoom(Ethio Telecom) Kasaaraan guddaan kan irra dhaqaabe tahuus odeeyfannoon argame ni addeessa. Guyyaa hardhaa immoo kasaaraa irratti dhaqqabe kana deeffachuuf liqitu isinirra jira jechuun mallaqa yeroo galfatan murachaa jiraa jedhan. Yeroo ammaa kana ummannis maallaqa galchuu irra SIM haraa bitachuu wayya jechuun, SIM kardii haaraa kan bitachaa jiraan tahus odeeyfannoon ni addeessa. NuuralHudaa
Comments