top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Imaamni Masjiida Guddicha Al Aqsaa, " Masjiida Aqsaa dhabuu hin dandeenyu, Al Aqsaan kan muslim

  • Odeeyfannoo
  • Aug 27, 2016
  • 1 min read

Juma'aa kaleessaa hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa tahe salaata juma'aaf masjiida Aqsaatti kan argaman yoo tahu, Imaamni masjiidaa khuxbaa juma'aa irratti irra deddeebi'uun Israa'eeli akeekkachiise.

Imaam Sheekh Muhammad Salaam khuxbaa kaleessa irratti akkas jedha "Al Aqsaan kan muslimootaa qofa, qaamni Al Aqsaa irratti mirga guutuu qabu muslimoota qofa, qabeenya muslimootaa kana irratti Israa'eeloonni muslimoonni 250 oli fi umrii 50 olii qofti akka dangaa gaazaa dabruun Al Aqsatti salaatan ajajuun mirga keenya dhiibaa jiru'' Gochi seeraan alaa kun immoo dhaabatu qaba" jechuun Khuxbaa kaleessaa irratti akeekkachiisanii jiru. NuuralHudaa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page