

Namoonni Aanaa Masalaa ganda Coommaatti ajjeefaman 15 gahuun beekame.
Hagayya 27 Harargee Lixaa aanaa masalaa Araddaa Coommaatti waraanni Agaazii namoota nagayaa irratti rasaasa dhukaasuun namoota hedduu...


Mootummaan Misraa Hujjaajonni Falisxiin daangaa Gaazaa akka qaxxaamuran eeyyameef.
Sirna Hajjii bara kanaatiif mootummaan Misraa guyyoota sadiif hujjaajonni Falisxiin daangaa Gaazaa akka qaxxaamuran eeyyamuu Hamaas ibsee...


Manneen Barnoota Islaamaa fi Masjiidota magaalaa Waldiyaatti majliisonni mootummaa barsiisota Ahbaas
Majliisonni mootummaa kun kanaan dura barsiisota mana baruumsa Salaam mindaa dhoowwatuun ni yaadatama. Barsiisonnilleen majliisota...


Naannoo Amaaraatti fincilli mootummaa irratti geggeeffamu cimee itti fuufee jira.
Naannoo Amaaraatti fincilli mootummaa irratti geggeeffamu cimee itti fuufee jira. Naannoo Amaaraa magaaloota adda addaatti ummata fi...


Dhaamsa Torbaanii
Salaatni Ibaadaa Muslimni tokko nama Nama Muslima hin tahin irraa adda ittiin ta’uu dha. Salaataan malee namni tokko musliima tahuu hin...


Naannoo Amaaraa magaalota adda addaatti mormiin cimee itti fuufee jira.
Guyyaa hardhaa magaalaa Tililiitti ummanni, hidhamtoota mana hidhaa cabsuun hiiksisee jira. Fincilli cimaan ummata fi poolisoota giddutti...


Waraanni mootummaa naannoo adda addaatti ummata ukkaamsuu itti fuufee jira.
Magaalaa Gincii irraa hiriira guddaa Hagayya 6/2016 guutuu Oromiyaatti geggeeffame irratti hirmaattani jirtu jechuun waraanni mootummaa...


Qaamonni mootummaa godinaalee adda addaa keessatti tokkummaa ummataa diiguuf olola dharaa oofaa jira
Godinaalee adda addaa keessatti kaabinoonni OPDO tokkummaa ummanni itti jiruu kana diiguuf jecha olola dharaa ummata jiddutti oofaa...


Godina Haragee Lixaa Aanaa Masalaatti Araddaa Coommaatti Har'as Namoonni 5 ajjeeffaman
Goodina Hararge Bahaa aanaa Masaalaa Araddaa Coommaatti guyyaa hardhaatis waraanni mootummaa nama 5 ajjeesuu beekamee jira. Namni sadii...


Sirna Hajjii Bara kanaa raawwatuuf hujjajonni 656,000 ol tahan Makkaa kan seenan tahuu ibsame.
Qondaaltonni mootummaa Sa'ud Arabiyaa ibsa kaleessa Saudi Press Agency kennan irratti hanga ammatti hujjajonni 656,748 ol sirna Hajjii...