top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Naannoo Amaaraa magaalota adda addaatti mormiin cimee itti fuufee jira.

  • Odeeyfannoo
  • Aug 28, 2016
  • 1 min read


Guyyaa hardhaa magaalaa Tililiitti ummanni, hidhamtoota mana hidhaa cabsuun hiiksisee jira. Fincilli cimaan ummata fi poolisoota giddutti gaggeeffamaa oolu odeeyfannoon ni addeessa.

Magaalaa Dabra Taaboor, Worotaa fi Addis Zamanitti qoqqobbiin hojii dhaabuu guyyaa hardhaa irra jalqabee guyyoota sadiif kan gaggeeffamaa jiru tahus beekamee jira.

Magaalaa Injibaaraa, Daangilaa, Durbeetee, Soobir jedhamanittis mormiin godhamaa oolee jira. ____________ NuuralHudaa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page