top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Godina Haragee Lixaa Aanaa Masalaatti Araddaa Coommaatti Har'as Namoonni 5 ajjeeffaman

  • Odeeyfannoo
  • Aug 28, 2016
  • 1 min read

Goodina Hararge Bahaa aanaa Masaalaa Araddaa Coommaatti guyyaa hardhaatis waraanni mootummaa nama 5 ajjeesuu beekamee jira. Namni sadii haalaan miidhamuu odeeyfannoon ni addeessa.

Waraana mootummaa irraahis Agaaziin lama ajjeefamee ummanni reeffa fuudhuu dhoorkuu beekame.

Namoonni guyyaa afur dura masjiida keessatti ajjeefaman 4 yoo tahan, namoonni miidhaman immoo 23 tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Namoonni ajjeefaman kun

1.Imamee Ahmad 2.Aadam Mika'iil 3.Gaaddisaa Abdurrahmaan fi 4. Jaabir Muhammad Yuyyaa tahuu isaanii beekamee jira. NuuralHudaa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page