top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Manneen Barnoota Islaamaa fi Masjiidota magaalaa Waldiyaatti majliisonni mootummaa barsiisota Ahbaas

  • Odeeyfannoo
  • Aug 30, 2016
  • 1 min read


Majliisonni mootummaa kun kanaan dura barsiisota mana baruumsa Salaam mindaa dhoowwatuun ni yaadatama. Barsiisonnilleen majliisota irratti himannaa banuun manni murtii aanaa akka kafalan murteessee ture, majliisonni ammas mana murtii ol'aanatti iyyatuun Manni murtii ol'aanaa murtii duraan dabre kuffise. Kanuma irratti hundaa'uudhaan majliisonni mootummaa kun mana baruumsa kana cufuu ni yaadatama.

Yeroo amma immoo majlisoonni mootummaa kun barsiisota duraan turan guutuu ari'uun barsiisota Ahbaash magaalaa Baahirdaarii fi naannoo adda addaa irraa fiduun kan Ramadan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa. ____________ NuuralHudaa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page