top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Sirna Hajjii Bara kanaa raawwatuuf hujjajonni 656,000 ol tahan Makkaa kan seenan tahuu ibsame.

  • Odeeyfannoo
  • Aug 27, 2016
  • 1 min read

Qondaaltonni mootummaa Sa'ud Arabiyaa ibsa kaleessa Saudi Press Agency kennan irratti hanga ammatti hujjajonni 656,748 ol sirna Hajjii bara kanaatiif magaalaa Makkaa seenanii jiru jedha. Hujjajonni kun namoonni 641,896 kan xayyaaraan seenan, 7,748 tahan immoo konkolataa fi 7104 immoo galaana irraan dooniin kan seenan tahuu SPA gabaasee jira. NuuralHudaa


Commentaires


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page