top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

HIN BOOYIN NI DABRA

  • © Abdulnaasir Tufaa
  • Aug 14, 2016
  • 1 min read


Guyyaan guyyaa caalee

Gabri abbaa dhaalee

Abbaan hiyyoomatee

Gabrichi gabbatee

Hanga fedhe sooru

Hin oolu kasaaruu

Haqni abbaaf gala

Eegullee galgala

Roorroon heddumaatee

Yoo jireenyi ulfaate

Rabbumatti iyyadhu

Deebii isa gaafadhu

Inni deebii hin dhabu

Isa ka harkaa qabu

Sitti hammaatus harra

Boru guyyaan haaraa

Hin booyin ni dabraa


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page