

Doonald Traamp Magaalaa AL QUDS magaalaa guddoo Israa'el gochuuf sochii eegale.
Prezdaant Donaald Traamp magaalaan Al-QUDS magaalaa guddoo Isra’eel ta'uu isii beekkamtii kennuuf kan qophaayaa jiru tahuu miidiyaaleen...


Ummanni magaalaa Roobee Baalee ummata Daawwe Sarariif gargaarsa adda adda walitti qabe
Godina Baaleetti ummanni Daawwee Sarar waraana liyyuu poolisii naannoo Somaaleetiin sababa marfamanii fi rakkinni nyaataa kan isaan...


Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursuumitti Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee Haleellaa raawwate
Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii Araaddaa Kaasaa Oromiyaa jedhamu keessatti guyyaa kaleessaa raawwate kanaan, Bulchaa gandaa...


Yuunivarsitiiwwan adda addaa keessaa barattoonni Mooraa Yuunivarsitii lakkisaanii bahaa jiru.
Qajeelfama ministeerri barnootaa ji'a darbe keessa baase kan "Barattoonni digrii jalqabaa eebbifamuun duratti qormaata fudhatuu qabu"...


Yakkamaan waraana Boosniyaa tokkoo mana murtii keesstti summii dhuguun du'e.
Mudannoon kun Roobii dabre November 29/2017 manaa murtii Zeheeg keessatti mudate. jeneraal Islobodaan Praaljaak ajajaa waraana...


Kooriyaan Kaabaa ammas Yaalii Misaa'ela Balastikii goote.
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misa'elaa Balastikii guyyaa kaleessaa Nov 28/2017 gooteen Nuklarii sadarkaa ol'aanaa ta'e gonfachuu isii labsite....


Miseensonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa hidhaa irraa hiikaman Haala Fayyaa Ustaaz Ahm
Miseensonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa badii tokkoon alaatti hidhaan dararamaa eega turanii booda, mootummaan ofumaa...


Jilli Ulamaa'otaa fi Hayyootaan durfamu hawaasa Naannoo Somaalee irraa buqqa'e daaw'achu
Jilli Ulamaa'otaa fi Hayyootaan durfamu kun mata duree "Foon malee Xannachi hin dhiigu" jedhuun imala isaanii guyyaa har'aa Finfinnee...


Qondaalli Tika U.A.E. tokko gamtaan waraana biyyoota Arabaa dhaabbata Miidiyaa Aljaziiraa akka halee
Ajajaan poolisii Dubaay Daahii Khalfaan "haleellaa Jum'aa Masjiida masrii irratti geggeeffame kan kakaase, dhaabbata miidiyaa...