

Muslimoonni naannoo Tigraayi irraa hidhaman ammas Amajjii 18/2009 beellamaman.
Muslimoonni kunniin naannoo Tigraayi aanaa Raayyaa Azabootti iddoo Kukuftoo jedhamtu irraa qabamanii mana hidhaa Maayicawu jedhamutti...


Xiyyaarri Ruusiyaa kan nama 92 fe'ee gara Suuriyaa imalaa ture galaana keessatti kufe.
Xiyyaarri waraana kan namoota 92 fe'atee Suuriyaa magaalaa Sadiqaa jedhamtutti osoo imalaa jiruu galaana gurraacha (Black Sea) keessatti...


Israa'el deeggarsa mallaqaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif gootu kan dhaabdu tahuu ibsite.
Muummichi Ministeeraa Israa’el Biiniyaamin Neetaaniyaahu murtii jimaata manni maree Mootummoota gamtoomanii guyyaa dhimma qubsuma...


Godina Walloo aanaa Baateetti waraanni mootummaa ummata cinqaa jira.
Galgala hardhaa godina Walloo aanaa Baatee ganda 04 qurquraa( habilee) jedhamutti Poolisiin Ahmad jedhamu tokko nama hin beekamneen...


Namoota fincila guutuu biyyattiitti ka’een walqabatee magaalaa Harar irraa hidhaman jidduu namoonni
Mootummaan lammiiwwan kumaatamaan lakkaa’aman guutuu biyyaatti naannoo adda addaa irraa ukkaamsuun eega dararaa turee booda namoota...


DAABBOO GUBATE
Namni Seenaa kana odeeysu waan yeroo ijoollummaa isaa isa mudate haala Kanaan ibsa: “Yeroo ijoollee xiqqoo turetti waan ajaa’ibaa takkatu...


CPJ'n gaazexeessitoota Muslimaa ilaalchisee ibsa baase.
Dhaabbanni mirga gaazexeessitootaaf falmu CPJ'n adeemsa mana murtii gaazexeessaa Darseema Sorii fi Khaliid Muhammad ilaalchisee guyyaa...


Mootummaan ammas karoora maastar Pilaanii magaalaa finfinnee bifa addaatiin hojii irra oolchuuf soch
Karoorri duraanii kan magaalaa Finfinnee fi magaalota godina addaa Oromiyaa of jalatti hammate yoo tahu, karoorri kun qabsoo ummanni...


Donald Tiraamp karoorri muslimootni akka Ameerikaa hin seenne ugguruuf baafadhe sirriidha jedha.
Pirezedaantii Ameerikaa tahuun kan filame Doonald Tiraamp ibsa guyyaa kaleessatti miidiyaaleef kenne irratti "Karoorri an muslimoota...


Intalti muslimaa Pirezedaantii Jarman harka fuudhuu didde.
Pirezedaantii Jarman odoo mana baruumsa baqattootaa haala keessa jiran daawwannatti jiruu barattoota harka fuudhu jalqabe, Intala...