

Islaamummaa Balleessuuf Karoorfadhee; dhugaa arginaan Islaamaye
Seenaan kun Kan Shariifaa kaarlosiiti. Lammii Ameerikaa yoo taatu, kaayyoon isii Islaamummaa balleessuu ture. Booda garuu Rabbii onnee...


Eeliyaas Khadiir hidhaa irra hiikkame.
Muslimoota magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himannaa dharaatiin himatamuun hidhaman jidduu dararamaa kan ture Obboleessi keenya...


Masjiidni 299 tahu hidhattoota Husiitiin barbadaa'e.
Waraana bara 2015 keessa mootummaa Yaman fonqolchuuf jalqabame irratti masjiidonni 299 gahan humna waraana hidhattoota Husii( hordoftoota...


Godina jimmaa Aanaa Sigmootti guyyaa kaleessaa kamisa muddee 27/2009 hawaasni magalaa sigmoo woltii
Godina jimmaa Aanaa Sigmootti guyyaa kaleessaa kamisa muddee 27/2009 hawaasni magalaa sigmoo woltii qabamuudhaan Sagantaa du'aa'ii godhaa...


Dubartii Muslimaa miseensa Kongirensii Ameerikaa tahuun tan filatamte guyyaa kaleessaa kakattee hoji
Filannoo Ameerikaa bara 2016 geggeeffametti dhimmi baqattoota muslimaa Ameerikaa keessa jiraatanii hedduu falmii guddaa uume. Kaadhimamaa...


Kitaabni mat-dureen isaa" SEENAA NABIYYII ﷺ DHALOOTARRAA HANGA DU'AA" jedhuun qophaa’
Kitaabni kun afaan Arabaatiin Sheekh Muusaa bin Raashiid Al Aziimiiniin kan qophaa’e yoo tahuu, Obboleessi keenya Jaafar Bayaan Afaan...


Muslimoota Magaalaa Dasee irratti murtiin badii darbe.
Muslimoota magaalaa Dasee irraa himannaa dharaa ajjeechaa Sheekh Nuuruu Yimamiin himataman irratti manni murtii guyyaa hardhaatis murtii...


Namoonni Balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootiin wal qabatee yakkaman 121 gahuun beekame.
Abbaan Alangaa Federaalaa balaa abiddaa mana hidhaa Qiliinxootti ji’oota dura mudateef namoota 38 irratti himannaa banuun ni yaadatama....


Muslimoonni galmee Ahmad Idiriis jalatti himataman guyyaa boruu mana murtii ni dhiyaatu jedhamee eeg
Muslimoonni magaalaa Dasee irraa bara 2005 Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeestanii jirtu jechuun yakkamanii hidhaan dararamaa jiran guyyaa boruu...


Mootummaan Turkii Labsii yeroo Muddamaa ammas ji'a sadiif kan turu tahuu ibsee.
Paarlaamaan Turkii guyyaa hardhaa wixnee mootummaan labsiin yeroo muddamaa kanaan yeroo fonqolcha mootummaa irratti geggeeffamuuf...