top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Godina jimmaa Aanaa Sigmootti guyyaa kaleessaa kamisa muddee 27/2009 hawaasni magalaa sigmoo woltii

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 6, 2017
  • 1 min read


Godina jimmaa Aanaa Sigmootti guyyaa kaleessaa kamisa muddee 27/2009 hawaasni magalaa sigmoo woltii qabamuudhaan Sagantaa du'aa'ii godhaa akkaa oolan beekkameera

Sagantaa du'aa'ii kun masjiida haa ijaarru kan jalqabame ta'uu nuuf himan.

Sagantaa du'aa'ii kana irratii kan hirmaatan ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa, ustaaza haydiri kadiiriif keessummoonni baay'een magaalaa finfinnee irraa kan qooda fudhatan ta'uu himamee jira

Sagantaa du'aa'ii kana irrattii Wantoota baay'ee namaa gammachiisan hawaasni muslimaa waan qaban kennataa oolaniiru.

Bara darbe hawaasni magaalaa sigmoo masjiidaa mallaqa miyiloona 3.5 ijaarsisee xumuree Eebbisiise ture Bara kanas ammoo akkasummatti ijaaruudhaaf qophaa'anii jiruu

Kanaafuu lammilee magaalaa sigmoo kan biyya Alaa keessattii argamtanii akkuma kanaan duraa irraa qooda fudhataa turtan bara kanasi akkaa irraa qoodaa fudhatan jechuudhaan waammichi isiinii godhamee jira

Akksumas hawaasn muslimaa akkaa irraa qoodaa fudhatani Waamichi isinii godhamee jira.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page