top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Muslimoonni galmee Ahmad Idiriis jalatti himataman guyyaa boruu mana murtii ni dhiyaatu jedhamee eeg

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 4, 2017
  • 1 min read


Muslimoonni magaalaa Dasee irraa bara 2005 Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeestanii jirtu jechuun yakkamanii hidhaan dararamaa jiran guyyaa boruu murtii dhumaa dhaga'uuf mana murtii lideetaatti ni dhiyaatu jedhamee eeggama.


Beellama guyyaa boruutti manni murtii hooggantoota siyaasaan hoogganamu murtii dhumaa dabarsuu danda'a jedhamee eeggama.


Muslimoonni galmee kana jalatti himatamanii argaman 14 yoo tahan isaanis:-

1.Ahmad Idriis Gabayyoo

2.Anwaar Umar Sayid

3.Saalii Muhammad Abduu

4.Sheekh Aadam Araagawu

5. Abdurahmaan Isheetuu Muhammad.

6.Ibraahim Muhee Imaam

7.Umar Huseen Ahmad

8.Yimaar Huseen Mollaa

9.Mubareek Yimaar (Rabbiin Haa Araaramuuf kan mana hidhaa keessatti ajjeefame.)

10. Ismaa'il Hasan Yimaar

11.Kamaal Huseen Ahmad

12. Abduu Hasan Ahmad

13. Ahmad Jamaal Sayid fi

14.Muhammad Yuusuf Muhammadii dha.



Kommentare


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page