

Hiriirri mormii guddaan aanaa Mayyuu Muluqqeetti geggeeffamaa oole
Godina Harargee lixaa aanaa Mayyuu Muluqqee magaalaa Husseetti guyyaa hardhaa sa'aa 7: 00 irraa jalqabee ummanni bahee mormii cimaa...


Qabeenyi Addunyaa tanaa walakkaan harka dureeyyii saddeetii jira.
Gabaasni Dhaabbata Dhuunfaa OXFAM jedhamu irraa bahe akka jedhutti; qabeenyi Sooreyyii gurguddoo Addunyaa saddeetiin too'atame, kan harka...


Masjiida Ameerikaa kutaa Si'atilitti argamutti ibiddi qabsiifame.
Filannoo Ameerikaa bara 2016 ilaalcha badaa Islaamummaaf kan qabu Doonald Tiraamp injifatuun isaa eega labsamee booda, dararaan...


Biyyoonni Addunyaa Israa'eelii fi Falisxiin akeekkachiisan.
Kora alhada kaleessaa waa'ee nageenya biyyoota baha jiddu galeessaa irratti mari’atuuf magaalaa Paaris keessatti geggeeffamaa oole...


Duulli dhiiga gumaachuu bifa bareedaan geggeeffamaa jira.
Duulli dhiiga gumaachuu mataduree dhiiga gumaachuun lubbuu nama tokkoo hambisuu jedhuun dhaabbata dhuunfaa Mustaqbaliin jalqabame guyyaa...


Galaana Meediteraaniyaa irratti Baqattoonni 5 du'uun 750 kan tahan ammoo baraaraman
Baqattoonni 755 tahan dooniiwwan 6 irratti fe'amanii Liibiyaa irraa gara daangaa Xaaliyaaniitti galaana Meediteraaniyaa irraan...


Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Sumaalee daangaa Oromiyaa seenuun namoota hedduu kan ajjeese fi mad
Naannoo Oromiyaa aanaa Nageellee Booranaa iddoo Addeessa jedhamutti guyyaa kaleessaa irraa jalqabee ummata naannoo Oromiyaa fi waraana...


Ameerikaan Qoqqobbii diinagdee waggaa 20 dura Suudaan irra keessee turte kan irraa kaastu tahuu ibsi
Ameerikaan waggaa 20 dura shororkeesitoota deeggarti jechuun Mootummaa Suudaan irra qoqqobbii diinagdee fi daldalaa keessee turte....


Gaazexeessituu baqataa Suuriyaa miila isaa sakaaluun kuffifte irratti adabbiin hidhaa waggaa 3 murte
Ogeettiin Kaameraa lammii Hangaarii kan taate Petra Laszlo jedhamtu bara 2015 ji'a fulbaanaa keessa viidiyoon baqataa Suuriyaa umrii 52...


Suuriyaan Israa'eel akeekkachiiste.
Buufata Xiyyaara Raayyaa waraanaa biyyattii Maziih jedhamu kan magaalaa guddittii Suuriyaa Damashqiitti argamu irratti haleellaan...