

Karoorri Manneen Jireenyaa 2,500 magaalaa baha Iyeerusaleemiitti ijaaruuf dhiyaate raggaasifame.
Ijaarsi manneen jireenyaa lafa Falisxiin saamuufi jecha mootummaan Israa'eel magaalaa Iyeerusaleemi bahaatti geggeessaa ture dhaabbate...


Yoo Rabbiif jecha taate…
Ummata Banii Israa’el keessa aabida jabaa tokkotu ture. Yeroo isaa hedduminaan Rabbii isaa gabbarutti dabarsa. Osoma haala kana keessa...


Obboleessa Muslimaa Umar Husseen irratti dararaan cimaan raawwatamaa jiraatuun beekame.
Yakka dharaa Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeeste jedhuun muslimoota magaalaa Dasee waliin kan himatame Umar Husseen ammas namoota balaa...


Obboleeyyan Muslimaa hidhaa irra jiran 3 irratti ammas himannaan haarowni itti baname.
Abbaan Alangaa federaalaa Obboleeyyan Muslimaa 3 kan hidhaa irra jiran irratti himannaa haarawa banuu oddeeffannoon argame ni addeessa....


Muslimoota 7 irratti adabbiin hidhaa waggaa 4 fi ji'a 5 murteeyfame.
Bara 2004tti garee Shororkeessaa Afrikaa kibbaa keessatti argamu irraa leenjii fudhatuun Itiyoophiyaatti eegaa deebi'aan booda...


Obboleeyyan Muslimaa Galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman jidduu isaan lama lakkifaman.
Obboleeyyan Muslimaa galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himatamuun hidhaan dararaama turan jidduu isaan lama guyyaa hardhaa mana hidhaa...


Pirezedaantiin Gaambiyaa Yahyaa Jaameeh aangoo gad dhiisuu murteesse.
Pirezedaantii Gaambiyaa tahuun waggaa dabre ji'a tokko dura kan filame Adaamaa Baaroow "Pirezedaantii waggaa 22f Gaambiyaa bulchaa ture,...


Pirezedaantii Ameerikaa tahuun kan filame Doonald Tiraamp sirna kakuu raawwate.
Pirezedaantii Ameerikaa 45ffaa tahuun kan filatame Doonald Tiraamp jimaata hardhaa sirna kakuu raawwate. Pirezedaantiin kun guyyaa...


Adeemsi mana murtii namoota yakka balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootiin himatamanii dhaddacha cufaa
Abbaan Alangaa Federaalaa namoota balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootti kahe kaastanii jirtu jechuun himannaa itti bane, adeemsi murtii...


Obboleessi Muslimaa galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himatamuun hidhaan dararamaa ture guyyaa hardhaa
Obboleessi Muslimaa magaalaa Walqixxee irraa galmee Eeliyaas Khadiir jalatti waggaa 3 ol mana hidhaa Qaallittiitti dararamaa ture Jahfar...