top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Pirezedaantiin Gaambiyaa Yahyaa Jaameeh aangoo gad dhiisuu murteesse.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 20, 2017
  • 1 min read


Pirezedaantii Gaambiyaa tahuun waggaa dabre ji'a tokko dura kan filame Adaamaa Baaroow "Pirezedaantii waggaa 22f Gaambiyaa bulchaa ture, kan filannoo ji'a darbe keessa geggeeffame dhabee aangoo lakkisuu didde Yahyaa Jaameeh, dhuma irratti aangoo lakkisuuf murteessee jira" jedha.


Adaamaa Baaroow dabalataanis Tiwittaara isaa irratti Pirezedaantiin duraanii kun biyyattis lakkisee kan bahu tahuu barreesse.


Adaamaa Baroowu kamisa kaleessaa Imbaasii Gaambiyaa kan magaalaa Dakaar Senegaal keessatti argamutti kakatee pirezedaantii Gaambiyaa tahuu labastuun ni yaadatama.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page