top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Obboleeyyan Muslimaa Galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himataman jidduu isaan lama lakkifaman.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 22, 2017
  • 1 min read


Obboleeyyan Muslimaa galmee Eeliyaas Khadiir jalatti himatamuun hidhaan dararaama turan jidduu isaan lama guyyaa hardhaa mana hidhaa Qallittii irraa lakkifamuu odeeffannoon argame ni addeessa. Muslimoonni guyyaa hardhaa lakkifamani kunniin Abdulaziiz fi Faaruq Sa'iid tahuus beekameera.


Comentarios


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page