

Dubartiin Masjiida Michigan Shororkeessuuf yaalii goote irrratti himannaan baname.
Dubartiin umrii 33 tokko Wirtuu Islaamaa Al Toowhid jedhamu kan magaalaa Michiganitti argamu seenuun gocha Shororkummaa raawwatuuf yaalii...


Poolisoonni Yugaandaa Masjiida magaalaa Nakaseerootti argamu cabsanii seenuun qabeenya masjiidichaa
Muslimoonni magaalaa Nakaseeroo gocha seeraan alaa poolisoonni mootummaa hayyama mana murtiitiin alatti masjiida cabsanii seenuun...


Muslimoota 19 irratti murtiin adabbii darbe.
Muslimoota Galmee Khadiir Muhammad jalatti himataman 19 irratti manni murtii aangawoota mootummaatiin hoogganamu guyyaa hardhaa hidhaa...


Sirni Awwaalcha sheekh Hassan Abdallaah guyyaa hardhaa raawwatame.
Sheekh Hassan Abdallaah torbee dabre keessa osoo salaata Subhiif gara masjiidaa deemaa jiran Afrikaa kibbaatti nama hin beekamneen...


Bara 2016 keessa gaazexeessitoonni ajjeefaman 93 tahuu ibsame.
Federeeshiiniin gaazexeessitoota Addunyaa ibsa guyyaa hardhaa baaseen turtii bara 2016 keessatti Gaazexeessitoonni fi ogeeyyiin midiiyaa...


Namoonni 130 tahan yakka malaanmaltummaatiin shakkamanii hidhamuun beekame.
Namoonni 130 tahan yakka malaanmaltummaatiin shakkamanii hidhamuun beekame. Namoota kana jidduu aangawoonni mootummaatis jiraatu...


Balaa Konkolaataa guyyaa kaleessaa mudateen namoonni 18 du'an.
Balaa konkolaataa guyyaa kaleessaa Harargee bahaa aanaa Meettaatti mudateen lubbuun namoota 18 kan darbee fi namoota 31 irratti miidhaan...


Ameerikaan dipilomaatonni Raashiyaa saa'aa 72 keessatti Ameerikaa lakkisanii akka bahan akeekkac
Ameerikaan Dipilomaatota Raashiyaa 35 biyyatti keessaa aariite akkasumas moonaawwan mootummaa Raashiyaa kan magaalaa Niwuyoork fi...


Innaa Lillaah Wa Innaa Ileeyhi Raaji'uun.
Sheekh Hassan Abdallaah addunyaa tanarraa godaanan. Sheekh Hassan biyyoota adda addaa baqattummaan iddoo jiraataa turanitti lammiiwwan...


Muslimoonni magaalaa Harbuu ,Dangilaa fi Mer'awii irraa hidhaman gara Kaampii waraanaa Birshele
Muslimoonni kunniin ji'a tokko dura naannoo Amaaraa gara magaalaa Garbaa fi Dagaaniitti Ziyaaraaf osoo imalaa jiranii waraana mootummaan...