top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Innaa Lillaah Wa Innaa Ileeyhi Raaji'uun.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Dec 30, 2016
  • 1 min read


Sheekh Hassan Abdallaah addunyaa tanarraa godaanan.


Sheekh Hassan biyyoota adda addaa baqattummaan iddoo jiraataa turanitti lammiiwwan biyya keenyaaf barnoota Diinii barsiisaa turan. Torbee dabre keessa Afrikaa kibbaatti osoo Salaata Subhii fi mana isaaniitii bahanii gara masjiidaa deema jiruu namni eenyummaan isaa hin beekamin rasaasaan dhahuun hospitaalatti eega yaalamaa turanii guyyaa hardhaa gama Aakiraatti godanaaniru.


Sheekh Hassan mana paaltokii Biiftuu Islaamaa jedhu irratti barnoota Diinii kan kennaa turaniif barnoonni inni kanan dura kennaa tures Websaayiitii Biiftuu Islaamaa jedhu kana irratti walitti qabamee argama.


Nama gocha ajjeechaa kana raawwate hanga ammaatti wanti beekame kan hin jirre tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.



Rabbiin Sheekh Hassan Rahmata Haa godhuuf, Maatiiwwan isaaniifis Sabrii haa kennuuf


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page