top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Eeliyaas Khadiir hidhaa irra hiikkame.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Jan 6, 2017
  • 1 min read

Muslimoota magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himannaa dharaatiin himatamuun hidhaman jidduu dararamaa kan ture Obboleessi keenya Eeliyaas Khadiir guyyaa hardhaa hidhaa irraa bahuun maatiiwwan isaatti makamuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Obboleessi keenya Eeliyaas Khadiir yakka Mootummaa Islaamaa biyyatti keessatti hundessuuf sochootanii jirtu fi koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa yeroo hidhamanitti isaan bakka bu'uun fincila kaasuuf sochootanii jirtu jechuun adabbiin hidhaa waggaa 7 itti murteeffamee ture, Adabbii waggaa 7 manni murtii Federaalaa irratti dabarse mormuun Ol iyyannoo mana murtii walii galaatti dhiheeffatuun adabbiin waggaa 7 sirrii miti jechuun adabbii isaa waggaa 3 fi ji'a 4 diqqeesseefi ture, Obboleessi keenya Eeliyaas Khadiir guyyaa hardhaa hidhaa guyyoota 1220 booda hidhaa fi dararaa mootummaa Zaaliimaa jalaa bahuun maatiiwwan isaa waliin wal arguu maddeen nuuf gabaasaniiru.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page