Search
Godina Walloo aanaa Baateetti waraanni mootummaa ummata cinqaa jira.
- NuuralHudaa
- Dec 23, 2016
- 1 min read

Galgala hardhaa godina Walloo aanaa Baatee ganda 04 qurquraa( habilee) jedhamutti Poolisiin Ahmad jedhamu tokko nama hin beekamneen rasaasaan dhahame kan midhame yoo tahu, sababa kanaaf waraanni Federaalaa konkolaataa hedduu magaalaa keessatti lakkifamuun hanga saa'aa kanaatti ummata cinqaa jira, ammahuu isin waliin haasa'uu hin dandeenye jedha jiraataan ganda kana.
Akka jiraataan kun jedhutti qaamni namticha kana irratti rasaasa dhukaase beekamuu baatus kunoo yeroo amma kana waraanni mootummaa manneen irra deemuun nu cinqaa jira jechuun nuf himeera.
Comments