

Mootummaan duula barattoota Muslimaa barnoota Idilee irraa fageessu geggeessaa jira
Mootummaan akkuma kanaan dura barattoota muslimaa qajeelfama adda addaa baasuudhaan barnoota irra ari'aa ture, ammas seekulariziimii...


Hidhaa fi Dararaan naannoo Oromiyaatti cimee itti fufeera.
Godina Jimmaa Magaalaa Asaandabootti waraanni mootummaa dargaggoota hedduu ukkaamsuun kan hidhee fi ammas hidhuuf kan adamsaa jiru tahuu...


Muslimoota galmee Amaan Asaffaa jalatti himataman ol iyyannoon isaan mana murtii olaanatti dhiheeffa
Muslimoota kanniin irratti manni murtii himannaa dharaa isaan irratti dhiyaateef murtii badii dabarsee ture, muslimoonni kunniinis murtee...


Obboleeyyan Muslimaa magaalaa Finfinnee fi Jimma irraa ukkaamfaman ammas Muddee 12 beellamaman.
Muslimoonni kunniin magaalaa Finfinnee fi Jimmaa irraa waraana mootummaan ukkaamfamanii eea hidhamanii booda, himannaa isaan irratti...


Muslimoonni galmee Ahmed Idiriis jalatti himataman guyyaa boruu mana murtii ni dhiyaatu jedhamee ee
Muslimoonni kunniin magaalaa Dasee irraa waggaa 3 dura yakka dharaa Sheekh Nuuruu Yimaam ajjeestanii jirtu fi mootummaa Islaamaa biyyatti...


Jibbaa fi cunqursaan muslimoota Ameerikaa irratti geggeeffamu cimee itti fufeera.
Kamisa darbe Magaalaa Jaakseen Heyiit(Jackson Heights) jedhamtutti namni Abdurrahman jedhamu kan lammii Baangilaadish namoota sadiin...


Muslimoonni Galmee Khadiir Muhammad jalatti himataman guyyaa boruu murtii dhumaa dhaga'uuf mana
Obboleeyyan Muslimaa kunniin magaalaa Finfinnee fi Jimmaa irraa humnoota mootummaan ukkaamfamanii ji’oota dheeraaf hidhaa fi beellama...


Hidhaa fi dararaan guyyaa hardhaa fi guyyoota lamaan darbaa keessatti muslimoota naannoo Amaaraa god
Mootummaan akkuma kanaan dura godhaa ture tokkummaan hawaasa muslimaa jiddutti muldhataa jiru sodaa guddaa keessa kan isa galchee jiru...


Waraanni mootummaa ajjeechaa ummata Oromoo irratti raawwatuu cimsee itti fufeera.
Guyyaa kaleessaa godina Baalee aanaa Rayituu iddoo Hara gurraacha jedhamu kan mootummaa naannoo Sumaaleetiin waldaangessutti waraanni...


Hidhaa fi dararaan muslimoota irratti geggeeffamu cimee itti fufee jira.
Kaleessaa fi dheengadda naannoo Amaaraa godina Wallootti muslimoonni hidhamaa jiraatuu isiniif gabaasne turre, hidhaa fi dararaan...