top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Hidhaa fi dararaan muslimoota irratti geggeeffamu cimee itti fufee jira.

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Dec 9, 2016
  • 1 min read

Kaleessaa fi dheengadda naannoo Amaaraa godina Wallootti muslimoonni hidhamaa jiraatuu isiniif gabaasne turre, hidhaa fi dararaan muslimoota irratti geggeeffamu kun guyyaa hardhaatis godinuma kana magaalaa Degaanii fi Garbaatti kan itti fufe tahuu odeeffannoon ni addeessa.


Guyyaa hardhaa salaata juma'aa dura magalaa kanniin irraa dargaggoonni 9 kan hidhaman yoo tahu, dargaggoonni kunis namoota hawaasa muslimaa tajaajilaa turan tahuu beekameera.


Muslimoota hidhaman kanniin jidduu kan maqaan isaanii beekame

1) Abdu Wahab

2. Idiriis Bilicoo

3. Jamaal Abduu

4. Muhammad Awwaal Qacamaa

5.Haajii Karaa Shariif

6.Sa'iis Muhammad

7.Dargaggoo Nuruu

8.Sa'iid Kabadaa fi

9.Husseen Sayyee tahuu maddeen gabaasaniiru.


Kommentare


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page