top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Hidhaa fi dararaan guyyaa hardhaa fi guyyoota lamaan darbaa keessatti muslimoota naannoo Amaaraa god

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Dec 9, 2016
  • 1 min read

Mootummaan akkuma kanaan dura godhaa ture tokkummaan hawaasa muslimaa jiddutti muldhataa jiru sodaa guddaa keessa kan isa galchee jiru yoo tahu ,ammas deeggartoota isaa kan muslima of fakkeessan of jalatti qabatee hawaasa muslimaa jiddutti gargarummaa cimaa uumuuf yaalaa jiraatuun beekameera.

Yeroo amma kan ummanni guutuu biyyatti kallattii hundaan yeroo morma jiru kanatti, mormii itti ka’e kana kalattii biroo qabsiisuuf amantaa fi amantaa jiddutti akkasuma saba fi sablamoota jiddutti fincila kaasuun qabsoo ummata kallattii biraatti jijjiiruuf yaalii cimaa godhaa jiraatu beekameera.

Kanaafuu hawaasni muslimaa shira mootummaa kana saaxiluufi tooftaa inni garaagarummaa amantaa keenya jiddutti uumuuf fayyadamuu jiru kana akka jabaatee fashaleessuu qabu eerameera.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page