

Hoogganaan KFO hidhame
Hooggannaan paartii siyaasaa Kongiressii Federaalistii Oromoo kan tahe Doktor Mararaa Guddinaa garee Komaand Poostiin kan too’annaa jala...


Muslimoonni galmee Eliyaas Khadiir Jalatti himataman ammas Sadaasa 30 beellamaman.
Muslimoonni galmee Eeliyaas khadiir jalatti magaalaa Finfinnee fi Walqixxee irraa himatamuun dararamaa jiran, guyyaa hardhaa Mana...


Ummanni Muslimaa Magaala Al Quds (Jarusalam) eeguu qaba
Simpooziyamii Paarlaamaa Magaalaa Istaanbul keessatti qophaahe irratti Preezidaantiin Turk Rajab Xayib Ergdogaan akkana jedhe “Muslima...


Naannoo Tigraayiitti Ahbashonni qabeenyaa hawaasa muslimaa Saamuun beekame.
Godina Kibba Tigraayi naannawa hawaasni muslimaa heddumminaan itti argamu aanaa Hukuftoo jedhamutti mallaqa hawaasni muslima aanicha...


Godina Arsii keessatti hidhaan itti fufeera.
Sababa magaalaa boqqojjiitti waraanni Federaalaa tokko ajjeefameef magaalaa Sagureetti dararaan cimaan ummata irratti raawwatamaa...


Qeesiin Yahuudaa, Ibiddi Israa’elitti qabate Abaarsa Rabbiiti jedhe
Ibiddi Israa’elitti qabatee jiru guyyaa 6ffaa keessa akka jiru odeeyfannoon maddeen garagaraa ni addeessa, har’as Ibiddi kun hin...


Mootummaan ummata Oromoo ukkaamsuu itti fufee jira.
Guyyaa labsiin yeroo muddamaa labsame irraa eegalee cunqursaan, ajjeechaa fi hidhaan ummata Oromoo irratti raawwatamu daran dabalaa...


Isra'eel Balaa Abiddaatiin dhahamaa jirti.
Balaan Abiddaa torbaan kana keessa Isra'eelitti ka’e kutaa biyyattii adda addaatti babaldhataa jira. Balaan Abiddaa bubbeen walmake...


Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa leenjii waraanaa fudhatuu qabdu jechuun ummata dirqisiisaa jira.
Godina Harargee Bahaa Aanaa Midhagaa Tolaatti kamisa hardhaa waajjiirri Bulchiinsaa fi nageenyaa aanichaa gandoota adda addaa irraa qote...


Balaa abiddaa mana hidhaa Qilinxootti ka’eef sababni isin jechuudhaan hidhamtoota 18 irratti himanna
Abidda mana hidhaa Qilinxootti ka’ee tureen hidhamtoota gara mana hidhaa Shawaa Roobiitiitti geeffamanii turan balaa abiddaa kana nutu...